У нас вы можете посмотреть бесплатно Daafoon Haleellaa Bara Dabre Isiraa’elitti Raawwatame Gaazzexeessotaa Irratti Balaa Hamaa Fide или скачать в максимальном доступном качестве, которое было загружено на ютуб. Для скачивания выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса savevideohd.ru
0:00 Qophii Wiixataa 0:45 Itiyoophiyaatti Pireezidaantii haaraan muudame 2:16 Dhaabbatni ABUT Kan Dooktor Debretsiyooniin Hoogganamun Obbo Geetachoo Raddaa Pireezidaantumma Bulchiisa Yeroofii Tigiraay Irraa Kaase JedheGalaana Handaara Jabuutiirratti 9:53 Rakkoo Godaantota Mudatee Lubbuu Hedduu Galaafaterraa Kanneen Hafan Maal Jedhu? 14:46 Daafoon Haleellaa Shororkeessummaa Waggaa Dabre Isiraa’el Irratti Raaw’atee Gaazzexeessotaa fi Hojjetoota Miidiyaarratti Balaa Hamaa Fide Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.