Русские видео

Сейчас в тренде

Иностранные видео


Скачать с ютуб Wal-dhibdee Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa Furuuf Hojjetaa Jira: Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteets в хорошем качестве

Wal-dhibdee Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa Furuuf Hojjetaa Jira: Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteets Трансляция закончилась 7 дней назад


Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса savevideohd.ru



Wal-dhibdee Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa Furuuf Hojjetaa Jira: Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteets

0:00 Qophii Kamisa harraa keessatti gabaasaalee qabnu keessaa 2:05 Koreen Oloompikii Itiyoophiyaa Biyyaalessaa Seeraa-ala Namoota Deddeebisuudhaan Himatame 4:33 Veetinaam Keessatti Lolaa fi Sigiga Lafaa Obonboleettii Taayifuuniin Uumameen Namoonni Dhuman 199 Gahe 6:36 Ambaasaadder Maayik Hamer Hooggana Bulchiisa Yeroo Kan Tigraay Waliin Raawwatiinsa Waliialtee Pritooriyaarratti Mari’atan 11:15 Dhimma Ulaa-galaanaa Somaaliilaand Irratti Wal-dhibdee Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa Gidduutti Uumame Mariin Furuuf Kan Hojjetaa Jiran Tahuu Ambaasaaddarri Yunaayitid Isteetis Moqdishoo Jiran Dubbatan 15:15 Sirnni Yaadannoo Waggaa 23ffaa Namoota Kumaan Lakkaawaman Haleellaa Fulbaana 11 Shororkeessotaan Raaw’atamee Niyoorkitti Geggeessame 18:46 Addunyaarratti Dhukkubi Koleeraa Ka Bara Dabreerraa Dabale 25:46 Turkiin Humna Galaanaa Ishee Babal’ifachuuf Hojiin Itti Jirtu Biyyoota Nannoo Jiran Yaaddessee Jira Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

Comments