Русские видео

Сейчас в тренде

Иностранные видео




Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса savevideohd.ru



INCAALA

M/Faarfannaa 91:1-16 "INCAALA" Namni da’oo sigodhatee in malatee Wabii bara baraaf ta’uu argatee x2 Namni mooti hundaa danda’aatti siqee jiraatuu Gaaddisa isaa jala buufataa hamaanis isa hin argatuu In caalaa waan bor darbee baduu irraa In caalaa gatamuun manakee duratti Goowwumaan sitajaajilutu caalaa Hafuurakeetinan gammadee qufee bulaa Mi’eefadheen argee jaalalakee ganamaani Akkamittan baraa danda’ee mi’aa isa kaanii In caalaa waan bor darbee baduu irraa In caalaa gatamuun manakee duratti Goowwumaan sitajaajilutu caalaa Hafuurakeetinan gammadee qufee bulaa Si argadheeraa Yesuus hundumaa caaltuu Jireenyakotif kan maluu natti hin hir’atuu Si keessaa burqaa eebbi gaariin hundumtuu Wanta lafarraaf mataa of hin dhukkubsuu Bakka duumeessi hin jirreetti dachaa bishaan guttaa Utuu rakkoon jiruu gammachuu naaf taataa Bakka duumeessi hin jirreetti dachaa bishaan guttaa Utuu gaaffiin jiruu gammachuu naaf taataa Bakka duumeessi hin jirreetti dachaa bishaan guttaa Utuu hir’uun jiruu nagaakee naaf laattaa Hirkoo bara baraati atii Milkaa’ina jireenyakooti Yesuus erga Waaqa naaf taatee Jireenyakotu hiika argatee

Comments